- Популярные видео
- Авто
- Видео-блоги
- ДТП, аварии
- Для маленьких
- Еда, напитки
- Животные
- Закон и право
- Знаменитости
- Игры
- Искусство
- Комедии
- Красота, мода
- Кулинария, рецепты
- Люди
- Мото
- Музыка
- Мультфильмы
- Наука, технологии
- Новости
- Образование
- Политика
- Праздники
- Приколы
- Природа
- Происшествия
- Путешествия
- Развлечения
- Ржач
- Семья
- Сериалы
- Спорт
- Стиль жизни
- ТВ передачи
- Танцы
- Технологии
- Товары
- Ужасы
- Фильмы
- Шоу-бизнес
- Юмор
Qabiyyeewwan animeeshinii Afaan Oromoon ijoolleef dhiyaatan maaliif hanqatan?
Daa'imman waan mana barnootaa fi mana isaaniitti barataniin qofa jabanni itti qaraman darbee jira. Itoophiyaa keessattis ta'e Afrikaarraa Afaan Oromoon dubbattoota miiliyoonaan lakkaa'aman qaba.
'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Haa ta'u malee, qabiyyeen daa'immaniif bifa kitaabaanis ta'e suur-sagaleen dhiyaatu afaan kanaan qophaawanii jiran garuu xiqqoo dha ykn hin jiran.
Ogeeyyiin akka jedhanitti daa'imummaatti wanti ijoolleen baran afaan, eenyummaa fi aadaa faana hariiroo jabaa qabaata.
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#ethiopia #oromoo #kids #bbc #kidsvideo #afaan_oromoo #bbcafaanoromoo
Видео Qabiyyeewwan animeeshinii Afaan Oromoon ijoolleef dhiyaatan maaliif hanqatan? канала BBC News Afaan Oromoo

Комментарии отсутствуют
Информация о видео
7 ч. 27 мин. назад
00:07:48
Другие видео канала