- Популярные видео
- Авто
- Видео-блоги
- ДТП, аварии
- Для маленьких
- Еда, напитки
- Животные
- Закон и право
- Знаменитости
- Игры
- Искусство
- Комедии
- Красота, мода
- Кулинария, рецепты
- Люди
- Мото
- Музыка
- Мультфильмы
- Наука, технологии
- Новости
- Образование
- Политика
- Праздники
- Приколы
- Природа
- Происшествия
- Путешествия
- Развлечения
- Ржач
- Семья
- Сериалы
- Спорт
- Стиль жизни
- ТВ передачи
- Танцы
- Технологии
- Товары
- Ужасы
- Фильмы
- Шоу-бизнес
- Юмор
Dhimmi uffannaa Zeleniskii maaliif ijoo dubbii ta'e? | BBC News Afaan Oromoo
Pirezidantiin Yukireen Volodmiir Zeleniskiin marii Doonaald Tiraamp waliin taasiseera.
Garuu ammallee dubbiin uffannaa ka'e ture. Maaliif?
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Qopheessituun: Asli Galgalo
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaaltuu sur-sagalee: Asli Galgalo
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J
#trump #zelensky #ukraine #russia #war
Видео Dhimmi uffannaa Zeleniskii maaliif ijoo dubbii ta'e? | BBC News Afaan Oromoo канала BBC News Afaan Oromoo

Комментарии отсутствуют
Информация о видео
19 августа 2025 г. 20:28:40
00:03:47
Другие видео канала