Загрузка...

Saree arrabi hammana dheeratu agartanii beektuu? | BBC News Afaan Oromoo

Sareen kuni Oozii jedhama. Saree lubbuun jiran keessaa arraba dheeraa qabaachuun Galmee Dinqisiisoo Addunyaarratti galmaa'e.

'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ

Arrabni isaa kuni 19.89cm dheeraata. Kana dura abbaan rikardii saree arrabni kan 13.88cm dheeratu ture.

Abbaan saree dhihoo galmaa'e magaalaa Oklaahomaa, USA, jiraatu. Sareen isaanii beekamtii argachuu isaatti gammadaniiru.

👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.

Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.

Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J

#dog #dogs #dogshorts #dogvideos #bbc #usa #guinnessworldrecords #people #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo

Видео Saree arrabi hammana dheeratu agartanii beektuu? | BBC News Afaan Oromoo канала BBC News Afaan Oromoo
Яндекс.Метрика
Все заметки Новая заметка Страницу в заметки
Страницу в закладки Мои закладки
На информационно-развлекательном портале SALDA.WS применяются cookie-файлы. Нажимая кнопку Принять, вы подтверждаете свое согласие на их использование.
О CookiesНапомнить позжеПринять