Загрузка...

Faarsaa afaan oromoo kan Takliye "Taaklahayimaanot nuuf kootu ati"

Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyaatti faarfannaa afaan oromoo haaraa.
*********************

Ulfinni kee kennaan kee jabaa
Simboo keettu harkaa nuu qaba
Gootichaa abbaa amantii
Taaklahaymanoot nuuf kootu ati

********************

Biyya lafaarraa kan addaa baatte
Waaqayyo keettif kan kadhimamtee
Biyya keenyaf ati har'a kennaadha
Ajaa'ibaa keettu nuuf raggaadha

*********************

Kabajaa Waaqattu si badhasee
Eebbaa kee hundaa keenyaf facaase
Mana kee jiraanna nuus kanaafi
Kakuun kee har'as humna qabafi

*********************

Kadhaa keettin nuun har'a geenyerraa
Barumsaa amantaa sirraa barreerraa
Inni ati nuuf kadhattee waaqa bira
Har'as nuu eeggaa nuufaana jira

*********************

Nuttis jabaanne akka dhabanu
Amantiin guutun akka jiraannu
Harkaa keenya nuuf qabii abbaa keenya
Sin si ilaalee jabaanne teenya

*********************

#SUBSCRIBE Our channel to get more Videos.
Well come to Our Youtube Channel 'ROOBAA NUUF' here we upload best Afaan Oromoo Ethiopian Orthodox tewahido church songs/plasm and Ethiopian Orthodox Online Education and Tutorials for all Tewahido's in best way to song with the video. This mezmur video editing is completely reserved to Roobaa nuuf youtube channel.
© All rights reserved

Join Our Youtube channel MemberShip
https://www.youtube.com/channel/UCUVa5KuSV_zkkQR_N1mV8IA/join
Visit SBOO
https://afanoromobatch.com
Visit Learnonces
https://learnonces.000webhostapp.com

Видео Faarsaa afaan oromoo kan Takliye "Taaklahayimaanot nuuf kootu ati" канала መዝሙር ዘኦርቶዶክስ Orthodox Mezmur
Яндекс.Метрика
Все заметки Новая заметка Страницу в заметки
Страницу в закладки Мои закладки
На информационно-развлекательном портале SALDA.WS применяются cookie-файлы. Нажимая кнопку Принять, вы подтверждаете свое согласие на их использование.
О CookiesНапомнить позжеПринять