Загрузка...

Andarii bareedduu kabajamtuu f/ttuu Andarii Nagaash - New Afaan Oromoo Mezmur Lyrics 2023

Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyaatti faarfannaa afaan oromoo haaraa.

Andarii bareedduu kabajamtuu
Haadha Ifaa Giiftii eebbifamtuu
Ulfinni ati qabdu sirraa mulqamu
Kadhaa keetin har'as dhaloonni furamu

Macaafa jabduu hayyuun dubbisu
Kasoominni kee ifee Calaqqisu
Uumamni akka kee tasuma hin jiru
Ulfina argatte eenyuu hin jijjiiru

Dhaloota keetti eegan lakkaawame
Maqaa keen faarsaa an siif amanamee

Nagaa ergamaa kabajaan simattee
Bultoo waaqa ta'uuf ati kan carroomte
Tasumaa mitii dura yaadamte
Durboota keessaa addaa ati kan taatee

Afuuraa qulqulluun anoo guuttamee
Akka Eelsabeex gammadee uggume

Warra dadhabaa innoo ol qaba
Of tuultota aangoo isaan adaba
Jedhen faarfadha gochaa Waaqaa
An nan dubbadha oolmaa haqaa

Dhaloota keetti eegan lakkaawame
Maqaa keen labsaa siif amanamee

Gufuu lakkaa'ee si faarsuu hin dhiisu
Summiin hiddammee si hin salphisu
Waadaa dhugaadha jiraataa baraa
Jedheen dubbadha kakuu araaraa!

Afuuraa qulqulluun anoo guuttamee
Akka Eelsabeex gammadee uggume

#SUBSCRIBE #Beresa #Follow Our channel to get more Videos.
Welcome to Our Youtube Channel 'ROOBAA NUUF' here we upload the best Afaan Oromoo Ethiopian Orthodox tewahido church songs/plasm and Ethiopian Orthodox Online Education and Tutorials for all Tewahido's in the best way to sing the song with the video.

Download Galatofi Barumsa Andriod Application from the Google Play store
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.galatoofibarumsaa

Download sirna Galatoo Afaan Oromoon
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.sirnagalatoo

Download Faarsaa Cidhaa form Google play store
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.faarsaacidhaa

Download faarfannaa afaan Oromoo
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.faarfannaaafaanoromoo

Download Galata Gooftaa with sound
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.galatagooftaa

Download Easy ways to learn Afaan Oromoo
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.learnafaanoromoo

Download Kitaaba gadaa afaan oromoo
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.kitaabagadaakutaatokkoffaa

Download Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo Yeroofi Bakka garagaraatti
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.kuusaawalaloo

&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&
&& Join Our Youtube channel MemberShip
&& https://www.youtube.com/channel/UCUVa5KuSV_zkkQR_N1mV8IA/join
&& https://www.youtube.com/c/roobaanuuf
&& Visit SBOO
&& https://afanoromobatch.com
&& https://afanoromobatch.wordpress.com
&& https://oroorthodox.wordpress.com/
&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&

Видео Andarii bareedduu kabajamtuu f/ttuu Andarii Nagaash - New Afaan Oromoo Mezmur Lyrics 2023 канала መዝሙር ዘኦርቶዶክስ Orthodox Mezmur
Яндекс.Метрика
Все заметки Новая заметка Страницу в заметки
Страницу в закладки Мои закладки
На информационно-развлекательном портале SALDA.WS применяются cookie-файлы. Нажимая кнопку Принять, вы подтверждаете свое согласие на их использование.
О CookiesНапомнить позжеПринять