Загрузка...

Flutter Afaan Oromo 🔥 Part 1 | Images, Fonts & Assets Akkamitti Fayyadamna? | Facebook Clone

Barnoota Flutter Afaan Oromo kana keessatti,
Kutaa 1ffaa irratti akkaataan itti assets fi resources Flutter keessatti
qopheessinu fi fayyadamnu ni ibsina.

📌 Waan barattu:
– Assets jechuun maal?
– Images Flutter keessatti akkamitti galchuu
– pubspec.yaml maal akka ta’e
– Assets akkamitti waamnu (Image.asset)
– Dogoggora baay’ee namoonni jalqaban hojjetan

Barnootni kun namoota:
✔ Flutter jalqabaa jiran
✔ Mobile app hojjechuu barbaadan
✔ Afaan Oromoon barachuu barbaadan

👉 Kutaa itti aanu keessatti UI fi Widgets ni ilaalla.

Like 👍, Share 🔄 fi Subscribe 🔔 gochuun na deeggaruu hin dagatinaa!

#Flutter Afaan Oromo
Flutter Tutorial Afaan Oromo
Flutter Ethiopia
Learn Flutter Oromo
Flutter assets tutorial
Flutter images and assets
Mobile app development Ethiopia
Flutter beginners
Dart Flutter Oromo
Programming Afaan Oromo
Flutter pubspec yaml
Flutter image asset
#Flutter #AfaanOromo #FlutterTutorial #FlutterEthiopia #LearnFlutterOromo #FlutterAssets #MobileAppDevelopment #Ethiopia #FlutterBeginners #Dart #ProgrammingAfaanOromo #PubspecYaml #SoftwareDevelopment

Видео Flutter Afaan Oromo 🔥 Part 1 | Images, Fonts & Assets Akkamitti Fayyadamna? | Facebook Clone канала Robby Jr
Яндекс.Метрика
Все заметки Новая заметка Страницу в заметки
Страницу в закладки Мои закладки
На информационно-развлекательном портале SALDA.WS применяются cookie-файлы. Нажимая кнопку Принять, вы подтверждаете свое согласие на их использование.
О CookiesНапомнить позжеПринять