- Популярные видео
- Авто
- Видео-блоги
- ДТП, аварии
- Для маленьких
- Еда, напитки
- Животные
- Закон и право
- Знаменитости
- Игры
- Искусство
- Комедии
- Красота, мода
- Кулинария, рецепты
- Люди
- Мото
- Музыка
- Мультфильмы
- Наука, технологии
- Новости
- Образование
- Политика
- Праздники
- Приколы
- Природа
- Происшествия
- Путешествия
- Развлечения
- Ржач
- Семья
- Сериалы
- Спорт
- Стиль жизни
- ТВ передачи
- Танцы
- Технологии
- Товары
- Ужасы
- Фильмы
- Шоу-бизнес
- Юмор
BPR Maali? Traderoonni Maaliif Dhoksu? | Balanced Price Range ICT
Balanced Price Range (BPR) jechuun yaada beekamaa ICT Forex keessatti yeroo Fair Value Gaps (FVG) lama walitti bu’anii uumaman dha. Viidiyoo kana keessatti BPR maal akka ta’e, akkamitti chart irratti adda baafatan, fi yeroo entry fi liquidity target irratti itti fayyadaman salphaatti ni barattu.
📚 Maal Barattu?
✅ Step-by-Step Tutorials: Bu’uura Forex irraa kaasee hanga technical analysis sadarkaa olaanaatti.
✅ Price Action, SMC & ICT: Akkaataa gabaan itti socho’u, liquidity, fi order blocks hubachuu.
✅ Professional Mentorship: Xiinxala gabaa (market analysis), tarsiimoo risk management, fi sammuu daldalaa cimsuu.
⚠️ Disclaimer: Daldalli Forex carraa fi balaa guddaa qaba. Qabxiileen kutaalee kana keessatti dhiyaatan barumsaaf qofa malee, gorsa invastimantii miti. Murtoo daldalaa kamuu fudhachuu keessaniin dura of eeggannoo godhaa, akkasumas maallaqa gabaa keessa buusuu dandeessan qofa itti fayyadamaa.
📲 Midiyaalee Hawaasaa Keenya:
👉 Telegram: https://t.me/Nura_Solutions
Daldala keenya sadarkaa itti aanuuf haa geessinu! 🔥
Learn. Trade. Grow.
#NuraSolutions #ForexAfaanOromo #SMCTrading #ForexEthiopia #ICT #ForexTrading #OromoTraders #forexOromoDiaspora
Видео BPR Maali? Traderoonni Maaliif Dhoksu? | Balanced Price Range ICT канала Nura Solutions

Nura Solutions Forex Trading Forex Afaan Oromoo SMC Smart Money Concepts ICT Trading Price Action Technical Analysis Forex Ethiopia Oromo Traders Xiinxala Gabaa Forex Tutorial Trading Strategy Risk Management Trading Psychology Qajeelfama Forex Forex Education Market Liquidity Institutional Trading Forex Market Structure Beekumsa Forex Forex Tips Oromo Trading Discipline Forex Oromo Diaspora Market analysis Forex Mentorship
Комментарии отсутствуют
Информация о видео
4 июня 2026 г. 20:41:51
00:00:28
Другие видео канала