Загрузка...

Microsoft Word Afaan Oromootiin | Barattoota Haarawa Koompiitaraa Jalqabaa Jiraniif (Part 1)

Microsoft Word barachuun barbaachisaa dha! Video kana keessatti barattoota haarawa koompiitaraa jalqabaa jiraniif Microsoft Word bifa salphaa fi hubatamaa ta'een isin barsiisa.
✅ Microsoft Word maal akka ta'e
✅ Akkaataa Word banuu
✅ Kutaawwan Word keessaa beekuu
✅ Barreeffama barreessuu fi kuusuu
Barumsa teknooloojii Afaan Oromootiin argachuuf channel Tech With Abdi subscribe godhaa, share fi like gochuu hin dagatinaa.
#MicrosoftWord #AfaanOromoo #ComputerTraining #TechWithAbdi #MSWord #ComputerBasics

Видео Microsoft Word Afaan Oromootiin | Barattoota Haarawa Koompiitaraa Jalqabaa Jiraniif (Part 1) канала Tech with Abdii - ቴክ
Яндекс.Метрика
Все заметки Новая заметка Страницу в заметки
Страницу в закладки Мои закладки
На информационно-развлекательном портале SALDA.WS применяются cookie-файлы. Нажимая кнопку Принять, вы подтверждаете свое согласие на их использование.
О CookiesНапомнить позжеПринять